Ergaa jabduu
Search This Blog
Labels
- |Technology| (46)
- |Gorsa/Advice| (45)
- General K/ge (31)
- |E-Learning| (30)
- |Afoola Oromoo| (29)
- |Walaloo/Peom| (22)
- |Seenaa/History| (19)
- |Hafuurawaa/Spritual| (6)
- |Gallery| (5)
- |Videos| (4)
- |Qoosaa(Comedy)| (2)
- |Vocabulary| (2)
8/15/2023
Ergaa jabduu
8/11/2023
Makmaaksa #01
Mimmiliqxuu jechoota dubbiifi Makmaaksa
8/08/2023
Wonderful Message
Wonderful Message
8/07/2023
Intalli maal jette?
7/28/2023
Education Vs Money Vs Girls
Education, Money, and Girls
Education, money, and girls are three very different things that are not directly related to each other. However, they can all play important roles in a person's life.
Education is essential for personal and professional growth. It provides you with knowledge, skills, and opportunities that can help you succeed in life. A good education can also lead to better job prospects and higher earning potential.
Money is also important, as it enables you to meet your basic needs and live comfortably. It can provide you with financial security and the ability to achieve your goals and dreams.
Girls, on the other hand, are individuals who can bring joy, companionship, and love into your life. While they are not essential to your success and happiness in life, they can certainly enhance it.
In summary, education, money, and girls are all important in their own ways and can contribute to a fulfilling life. It is up to each individual to find the right balance among these three aspects and prioritize them according to their own values and goals. Ultimately, it is important to remember that material possessions and relationships can bring temporary happiness, but true fulfillment comes from within, through personal growth, self-awareness, and a sense of purpose.
7/12/2023
Unlocking the Power of Focus💪
💡The Impact of Concentration on Specialization: Unlocking the Power of Focus💪
7/01/2023
Yaadannoo Baadiyyaa
- irra dibaa bixxillee xaafii diimaa....
- bokkaa aduu keessaa...
- obonbolleettii mana citaa diigu...
- buqqee seexanaa...
- baala adaamii...
- miila qamaaca’e...
- laga guute...
- harree ba’aa jigfatte...
- daboo xaafii haamaa...
- mulluu taffagoo....
- qircaa ayyaanaa....
- eelee siilessuu...
- akaayii xaaxoo boqqolloo...
- waamicha buna dhugaa....
- calleensa bosona walakkaa....
- bishaan daakuu....
- waatii mar’attu....
- siiqsa qonnaan bulaa...
- okkotee bishaanii kokoru......
- Daabboo kobootan tolfamu...
- aannan okolee keessaa dhugamu...
- buna aananitti jige...
- ifa ibidda galgalaa...
- ijoo jedhani wal waamuu...
- Tulluu irra dhaabbatanii qe'eetti sagaleessuu...
- akaayii, daabboo fi farsoo oogdii keessa...
- finxira gaafa gammachuu...
- marqaa fi dinnicha okkotee keessaa...
- waaddi eelee sibilaa...
- haara mana citaa keessa muldhatu
- Yeroo xaafiin dha'amu sangoonni kara karaa baatee fiiguu.....
- xaafii haamamee lafa jirutti bokkaan roobuu......
- ganama barii ka'anii sangoota yaasuu.......
- ganama barii ka'anii dallaa horii diddiiruu.......
- sangaan jinjanaadhaaf sa'a namaa faana galee deebi'uu diduu......
- horiin midhaan namaa nyaattee maatiitti himachuu......
- maroo boqqolloo...
- Caafaqoo buddeena ho'aa....
- Ashuuqqii baqqalaa....
- bassoo garbuu....
- Sa'a foolatte dhaltuu...
- Korma lafa haadhee bookkisu......
- Mulluu odongoraa/Abbaa coomaa...
- Raadiyooniin sirkatti tabalaasha'ee maatiidhaan tumamuu...
- Madda: Fuulbarruu Moti
Suuraa: Google
6/30/2023
Ati'n duune!
Ati'n duune!
Abukaatoo qabsoo haqaa
Soroorsituu seenaa dabee
Sagalee kee dhaggeeffadheen
Logo Maker
Tips to Download and Use Logo Maker: Here are some of the best logo maker software options you can download for Windows : 1. Canva (Web-Bas...
popular posts
-
WaliinChat - Poe WaliinChat is a free version of ChatGPT that assist you without limitation. You can ask whatever you want and then it wi...
-
Loqoda warra baha biiftuu (Harargee) warra jaalalaa💗 Hiigaa = Mee sirritti qalbiin dhaggeeffadhu. Qaxaph = Yaadachuu Kataf = Tasa Walitti...
-
Sure, here are 100 multiple-choice questions with answers related to airlines and trainee pilot: What is the maximum altitude that a commerc...
-
THE EASIEST WAY TO UNDERSTAND FRONT-END, BACK-END, AND APIs Imagine a restaurant as a software application. The front end is what the custom...