6/30/2023

Ati'n duune!

Ati'n duune!

Abukaatoo qabsoo haqaa

Soroorsituu seenaa dabee

Sagalee kee dhaggeeffadheen

Fuula keemmoo argaa dhabe
.
Qaqawweessa sagaleen kee

Halaala irraa nama waama

Yaa gameessa haati deesse

Sabboonticha qaalii namaa
.
Shirri shiraan dabaalamee

Gootummaa kee hin awwaalu

Seenaan kan kees boollaa oli

Ati hin duune yaa Haacaaluu!

...........................................June 29



No comments:

Post a Comment

I need your suggestion

The Most Iconic Resignation Reply

  HR: Can we talk about your resignation? 🥹 Employee: Sure, after my last working day. 😂 Corporate life at its peak! 1. HR wants to discus...

popular posts