1/24/2024

Pen sketching

 


Afaan Oromoo (Sirreeffama)

Sirreeffama

Yeroo baay'ee Afaan Oromoo bakkoota itti Oromoodhumaan caccabanii itti nama aarsan keessaa tokko dirree Ispoortii fi mana Dstv'ti. Kana fa'a haa sirreessinuu laata?

1. Asalxaanyii - Leenjisaa
2. Arraagaabii - Erbe-raastota๐Ÿ˜Ž
3. Takalaakaayii - Taphataa sarara ittisaa
4. Ammaakaayii - Taphataa sarara gidduu
5. Taqayyaarii - Jijjiirraa
6. Axqii - Taphataa sarara fuulduraa
7. Barranyaa - Karra eegaa
8. Peenaaliitii - Rukuttaa adabbii/ dhumaa
9. Qixaat mittii - Rukuttaa walabaa
10. Koornaa - Roga
11. Daanyaa - Abbaa Seeraa/Murtii
12. Ruuccaa - Fiigicha
13. Massanaakilii - Gufachiisaa
14. Qumxaa - Baanfee
15. Zallaluu - Utaaluu/utaalcha
16. Daggaafii - Deeggaraa
17. Kuwaasii - Kubbaa
18. Marabii - Maanii
19. Goolii - Galchii
20. Fiishkaa - Firiimbaa
21. Aachaa - Wal qixa/qooddataa
22. Ashannafe - Mo'ate
23. Kaardii qayyii - kaardii diimaa
24. Kaardii bicaa - Kaardii keelloo
25. Tacammaarii sa'aat - Yeroo dabalataa
26. Amballii - Dursaa garee
27. Darso Malsii - Dhaqaa gala
29. Ruub Fitsaamee - Nuusa Xumuraa
30. gimmaash Fitsaamee - Walakkaa Xumuraa
31. Taqanaaqaanyii - Morkataa
32. Oof saayidii - Taphaan ala
33. Faawolii - Balleessaa
34. Xiloo maalefii - Mo'anii darbuu
35. Teestaa - Kiphee ( Ph'n ni jabaata)
.
.
36. Maqas mittii - ????????๐Ÿ™„๐Ÿ™„

Madda: Alex Taye

So funny

 What a meme?

popular posts