Loqoda warra baha biiftuu (Harargee) warra jaalalaa๐
- Hiigaa = Mee sirritti qalbiin dhaggeeffadhu.
- Qaxaph = Yaadachuu
- Kataf = Tasa Walitti Dhufuu
- Taraf = Hatattamaan Lafaa Ka'uu
- Baxalaq = Kufanii Lafa Gahuu
- Cabalaq = Guutuu (Gutamee Argamu)
- Shalaph = Laaffisanii Hidhuu
- Bukh = Aara (Dhukkee)
- Jambar = Dabooluu
- Qarraf = Hooquu
- Cillim = Dukkanaa'uu
- Baccaq = Laaqqachuu
- Laqac (Conqol) = Dabuu/Gadi jedhu
- Shifshif = Tittiifuu
- Lakham = Deemsa Boonaa
- Ququm = Qorsoo Nyaachu
- Wir = Naannessuu
- Gardam = Jirtuu Nyaachuu
- Khalaw = Gaggabuu
- Bushuq = Booyuu
- Shaf = Muruu
- Kishif (Shikif) = Boqachuu,
- Xuph = Guutuu
- Batt = Dhahaa Xiqqoo
- Wax = Dhahaa Halangee
- Funnuq = Loluu (Finciluu)
- Fash = Facaasuu
- Haf= harkaa butuu
- Nyam= guututti fixuu(nyaata)
- Diph= lafa dhahuu
- Kidhiph= irraan utaaluu
- Fatalaq= banuu
- Dhuffuq= waan guddoon nama dhahu
- Manyaq=jallaa
- Manyaqqee=jajallo
- Biliilii= muraasa (refeensaaf ykn midhaan)
- Bakhaataa=sodaataa(gowwaa)
- Haf= harkaa butuu
- Nyam= guututti fixuu(nyaata)
- Diph= lafa dhahuu
- Kidhiph= irraan utaaluu
- Fatalaq= banuu
- Dhuffuq= waan guddoon nama dhahu
- Dubbuq -harkaan duuyda keessa dhahu.
- Qorof -Dhahuu
- Bittim -Facaasuu
- Bashaq -Rooba sardansuun gad naqu
- Biriq biriq -fincaa Muddamsuu
- Turkush -Suuta lafatti kufuu
- Didish -Daa'ima Raffisuu
- Fiif=mirqaanu
- Baraq= bilaa addan banuu
- Rufruf =boch boch
- Shukhum= rifachuu
- Kinbill= gara galchuu
- Garddam-Caccabsanii Nyaachu
- Kolkoloow-Ofirraa Maganfachuu
- Huxuph-Callisuu
- Tal- Mirqaanu/Qabsiisu..........