3/12/2024

Tech Tips #1

"AI fayyadamuu dhiisuun akka nama xiyyaara ykn kalaqa biroo imala fageenya dheeraaf fayyadamuu didee, kanaa mannaa harree fi gaala fayyadamuu ta'uudha.

Akkaataa itti fayyadama isaa sirnaan osoo hin baratiin AI fayyadamuun immoo leenjii tokko malee xiyyaara balaliisuu ykn baabura oofuu yaaluun wal fakkaata.

AI naamusaan itti fayyadamuu baradhu."

~ Bashar



The Most Iconic Resignation Reply

  HR: Can we talk about your resignation? 🥹 Employee: Sure, after my last working day. 😂 Corporate life at its peak! 1. HR wants to discus...

popular posts