Rakkinni waa lamaa
lachuu namaa gama
.
kopheen si qabuu
hamileen si cabuu
.
yoo kopheen si qabde -baafattee darbita
yoo hamileen si cabde -akkamiin fayyita?
-lubbuukee sarbitaa?
-Addunyaa balfitaa?
-dhabamuu hawwitaa?
Matumaa!
Rakkinni waa lamaa
lachuu namaa gama
.
kopheen si qabuu
hamileen si cabuu
.
yoo kopheen si qabde -baafattee darbita
yoo hamileen si cabde -akkamiin fayyita?
-lubbuukee sarbitaa?
-Addunyaa balfitaa?
-dhabamuu hawwitaa?
Matumaa!
HR: Can we talk about your resignation? 🥹 Employee: Sure, after my last working day. 😂 Corporate life at its peak! 1. HR wants to discus...