6/12/2023

Akkamiin?

Akkamiin fayyita?

Rakkinni waan lamaa

lachuu namaa gama

ta'us walii lama

.

Kopheen si qabuu

Hamileen si cabuu

.

Yoo kopheen si qabde

baafattee darbita

Yoo hamileen si cabde

akkamiin fayyiata?

© Woluman Urgesa... ✍️



No comments:

Post a Comment

I need your suggestion

Oofan (Sirna boo'ichaa)

Oofan: Sirna boo'icha hawaasa Oromoo dhiichisaan dabaalame Madda suuraa, Olaanii Ita'aa Oofaniin aadaa sirna boo’ichaa giddugala Oro...

popular posts