5/30/2023

Malli Maaliree?

 Malli Maaliree?

Xalayaa barreesseen 

saphaliisa dhabe 

Allaattiitti erguuf 

amanuun dadhabe

.

Balali'ee dhufuuf 

lafatu halaala

Uu'uu jedhee iyyuuf 

namatu na laala.

.

Malli maaliree?

No comments:

Post a Comment

I need your suggestion

Oofan (Sirna boo'ichaa)

Oofan: Sirna boo'icha hawaasa Oromoo dhiichisaan dabaalame Madda suuraa, Olaanii Ita'aa Oofaniin aadaa sirna boo’ichaa giddugala Oro...

popular posts