Quba harka koo

Quba harka koo
Duratti tarkaanfadhu!
Yaaddee yaadaan hin cabiin
mudannoo kee kaleessaa
Guyyaan har'aa bor miti
waanta haaraa dhageessa
.
"Kan darbe hin darbatan"
Kan dhufuuf aggaammadhu
Galma yaada kee gahuuf
duratti tarkaanfadhu!
Saffisni_ifaa sekondii tokko keessatti naqa 25 ol dacheetti marsa.(mudhii lafaarra). Diyaameetirri lafaa naannoo mudhii lafaatti 12,756 KM qofa yemmuu ta’u ifni ammoo sekondii tokko keessatti gara 300,000 KM saffisuu danda’a. Bara_ifaa tokko jechuun ammoo fageenya ifni waggaa tokko keessatti haxiixuu danda’u jechuu dha. Ifni fageenya inni waggaa tokko keessatti imaluu danda’u, dimshaashumatti yemmuu shallagamu: gara KM 9,461,000,000,000(Tiriiliyoona_Sagalii_fi_Biiliyoona_dhibba_afurii_fi_Jaatamii_tokkoo)ti.
Amma ituu kaatanii xiyyaara hawaa kana keessa saffisa_sekondii_tokkotti_bara_ifaa_tokko eegee dhaabee furguggifamuu danda’u qabaattanii jennaan konkontanii yaabbattanii, silaa:
> Sekondii 1 keessatti Sirna_Soolaarii (Biiftuu fi pilaanetotashee salgan) keessaa baatanii lafasaa wal’aaltu. Sekondii 20 keessatti urjii guddichaa fi baay’ee calaqqisaa Siiriyees jedhamu kan ifni isaa Biiftuu keenyatti dachaa 25 ol naanna’uufi guddinaanis gara dhibbeentaa 170% olii kan Biiftuu keenya caalu ceequu keessan irratti ilaaltu.
>Daqiiqaa 30 ituu hin guutin, urjii Kaansar_99e jedhamee beekamu, kan guddinnisaa dachee keenyatti naqa lama ta’uu fi Daaymandii irraa hojjetametu fuula keessan duraa achii as isinitti calaqqisa. Achi geenyaan Biiliyeenerummaan xaba ta’eetu hiyyoomuun ulfaataa ta’a.😊
Dadhabdanimoo imala itti fufnu….?
Kaansar_99e- Urjii_Daayimandii irraa akkuma nama dhiyoo ga’ee deebi’uu Doonii_Hawaa keessan sekondii tokkotti bara ifaa tokko deemu yoo yaabbattanii kaatan, daqiiqaa 10 keessatti, urjii Keepler_22b jedhamuu fi jireenyaaf mijataa ta’uu mala kan saayintistoonni jedhanii tilmaamanitti baatu.
Dubbii keenyarratti, teknooloojii amma qabnuun, urjii kana bira imallee ga’uuf waggaa kitila 10 ol nutti fudhata. Lafarraa ennaa sa’a 6 ituu addaan hin kutin xiyyaara keessan saffisa isaarraa kan ka’e, sagaleesaa malee bifti isaa hin argamneen ximbriirtan, Gaalaaksii keenya Milkii_Weey jedhamee waamamu keessaa baatu. Gaafa gara-galtanii ilaaltanis, “Bakka dhalootakoo, qe’eekoo, manakoo, mandarakoo lafa hiddi handhuuraakoo itti awwaalame!” jettanii mararteen Milki_Weyii ilaaluun garaan isin raafama. Hammuma ol-fagaachaa deemtan, qe’een keessan isinitti xiqqaataa deema waan ta’eef.😊
Imala wal irraa hin cinne ji’a tokkoo booda, Gaalaaksii ollaa keenyaa Andiroo_meedaa_gaalaaksii kan jedhamutti baatu. Waa’een nama “Karaa dheeraa deemtee dhuftee, gorii taa’ii buna dhugi!” isiniin jedhu argachuu, moojiree! Gaalaaksiin kun gaalaaksii keenya caalaa baay’ee guddaafi urjiiwwan triiliyoonaan lakka’aman qaba. Yoo ijibbaattaniima imala itti fuftan, guyyaa 120 gidduutti, gaalaksiiwwan shantama qaariyuun sirna-gaalaaksii, gaalaaksiin keenyi Milki_Weyiinii fi Andiroo_meedaan keessatti argaman keessaa calaatu.
Waggaa 3 ituu hin dhaabbatin ennaama balalii itti fuftan, gaalaksonni shantamaa ol isin bira kuttanii dhuftan, tuutowwan gaalaaksii Virgoo_Suupper_Kilaaster jedhamu keessaa tuqaa xinnoo tokko qofa ta’uusaa argitanii ajaa’ibsiifannaa fi rifannaan harka keessan afaan keessan irra kaawwattu.
Itti_fufa...
Virtual Reality
The exact origins of virtual reality are disputed, partly because of how difficult it has been to formulate a definition for the concept of an alternative existence. The development of perspective in Renaissance Europe created convincing depictions of spaces that did not exist, in what has been referred to as the "multiplying of artificial worlds". Other elements of virtual reality appeared as early as the 1860s. Antonin Artaud took the view that illusion was not distinct from reality, advocating that spectators at a play should suspend disbelief and regard the drama on stage as reality. The first references to the more modern concept of virtual reality came from science fiction [4].
There are 3 primary categories of virtual reality simulations used today: non-immersive, semi-immersive, and fully-immersive simulations [3]. Three types of virtual reality experiences provide different levels of computer-generated simulation [2]. The three main category of VR are illustrated below:
VR strives to emulate reality, so audio is vital role to creating credible experiences. Audio and visuals work together to add presence and space to the environment. Audio cues are also crucial for guiding users through their digital experience.
Convincing VR applications require more than graphics alone. Hearing and vision are also central to a person’s perception of space. People react more rapidly to audio cues than to visual indicators. To produce truly immersive virtual reality experiences, precise environmental noise and sounds as well as accurate spatial characteristics are required [2].
People hear in three dimensions. They can discern the direction sound comes from and the rough distance from the sound source. Simulation of aural sense delivers a more authentic multi-dimensional experience and is known as biaural or spatial audio [2].
Biaural or spatial audio emulates how human hearing functions. People have ears on both sides of the head and our brains adjust the sound accordingly. Sounds emanating from the right of the head reach the user’s ear with a time delay, and vice versa. We, therefore, perceive sound as if positioned at a specific point in three-dimensional space [2].
Binaural and spatial audio lend a powerful sense of presence to any virtual world. To experience the binaural audio elements that comprise a VR experience, put on your best headphones and play around with this audio infographic published by The Verge [2].
A new programming language for AI developers was just released: Mojo.
I know what you might be thinking — a new programming language to learn from scratch … Well, I have good news, Mojo is designed as a superset of Python, so if you already know Python learning Mojo shouldn’t be hard.
But that’s not all. Mojo combines the usability of Python with the performance of C obtaining a speed that is up to 35000x faster than Python.
If you’re into AI and already know Python, Mojo is definitely worth a try. Here’s everything you need to know about Mojo.
Python’s simplicity and versatility made it the language of choice in fields such as data science, machine learning, and AI. It has tons of packages that are very useful for anyone working with data, but for libraries that require great performance, Python only acts as a glue layer and low-level bindings to C, C++, and other languages with better performance.
This enabled the development of libraries such as numpy and TensorFlow. However, this comes with a drawback: building these libraries is very complicated, it requires a low-level understanding of the internals of CPython, requires knowledge of C/C++, etc.
According to the Mojo doc, the issues brought by Python go deeper and particularly impact the AI field.
Python alone isn’t able to address all the issues that applied AI systems need and that’s how Mojo was born. Mojo is a programming language that combines the usability of Python with the performance of C.
The best of both worlds!
But Mojo isn’t a random project that emerged out of nowhere. In fact, Mojo comes from a company named Modular, co-founded by Chris Lattner, the same guy who created the Swift programming language and LLVM.
That’s why I think this project is worth paying attention to. Now let’s see some of Mojo’s best features.
Mojo comes with many interesting features out of the box. Here are some of them.
Mojo aims to be fully compatible with the Python ecosystem.
This means that you could easily work with Mojo if you’re a Python programmer because both programming languages have many functions, features, and libraries in common.
Libraries such as numpy, pandas, and matplotlib are also available in Mojo. Here’s how you’d make a plot with matplotlib using Mojo.
That said, Mojo is still in a very early stage, so it still misses many features of Python (for example it doesn’t support classes yet).
Hopefully, in future updates Mojo will be fully compatible with Python.
Mojo leverage types for better performance and error checking.
Although you can still use flexible types like with Python, Mojo lets you use strict type-checking. This can make your code more predictable, manageable, and secure.
Mojo supports a owned
argument convention that is used for functions that want to take exclusive ownership over a value.
This will help you take advantage of memory safety without the rough edges.
Mojo has built-in autotuning that helps automatically find the best values for your parameters to take advantage of target hardware.
By using the full power of Multi-Level Intermediate Representation (MLIR), Mojo developers can take advantage of vectors, threads, and AI hardware units.
This helps Mojo achieve great performance because, unlike Python which works with single-threaded execution, Mojo can work with parallel processing across multiple cores.
That’s one of the reasons why Mojo it’s 35000x faster than Python.
Mojo is still a work in progress, but you can try it today on the JupyterHub-based Playground. To try Mojo go to this website to register and don’t forget to check the Mojo box in the “Modular Product Interest” section.
Happy coding!
Reference: The PyCoach
Why Good People “Turn Bad” 🤔 The Untold Truth Some of the kindest, most genuine people slowly become distant, sharp, or even cold. It’s ...