2/25/2024

Grammar Checker

The following will help you correct all grammatical errors and spellings.

1. Gramarly.com (https://www.grammarly.com/)

2. scribens.com (http://scribens.com/)


Plagiarism Checkers

Plagiarism Checkers for free

Plagiarism is currently being conducted in large numbers. This includes stealing other human intellectual property as well as that of AI (ChatGPT). The following methods can be used to ensure that an article is free of plagiarism.

Saamicha barreeffamaa (Plagiarism). yeroo ammaa kana heddumminaan gaggeeffamaa jira. Kun ammoo qabeenya sammuu namaa biroo hatuu dabalatee kan AI (ChatGPT) illee ni dabalata. Maloota kanaa gadiitiin barreeffamni tokko saamicha barreeffamaa irraa walaba ta'uu mirkaneessuu ni dandeenya.

1. Duplichecker.com

Will help you check for plagiarism before submitting any SOP or documents.
2. https://www.zerogpt.com/

Will help you to check whether the text is AI generated or not.



2/24/2024

CV SAMPLES

CV SAMPLES
1️⃣
 CV, cover letter templates and hints from Harvard University
3️⃣
 CV, cover letter templates and hints from Cambridge University
4️⃣
 400 
⤵️
 CV samples
6️⃣
 Undergraduate CV & cover letter templates from the University of British Columbia, Canada.
1️⃣4️⃣
 Germany CV samples
1️⃣5️⃣
 Australia CV samples
CV SAMPLES
1️⃣
 CV, cover letter templates and hints from Harvard University
3️⃣
 CV, cover letter templates and hints from Cambridge University
4️⃣
 400 
⤵️
 CV samples
6️⃣
 Undergraduate CV & cover letter templates from the University of British Columbia, Canada.
1️⃣4️⃣
 Germany CV samples

2/21/2024

Baallii

Wal qabatoo akka -gaarren Himaaliyaa

Warra duudhaa -warra abbaa biyyaa
.
Warra gadaan shanii - warra garaan tokkoo
Qe'ee ardaa jilaa - gumii Me'ee Bokkoo
.
Wirtuu Dimokraasiiti -madda qaroominaa
Oromummaan faaya; Gadaan quufaa gabbina!
.
Qilleensi baraa -sin hin raasiin!
Bineensi addaan -sin hin baasiin!
.
Addaafi Addunyaa -isiniif haa laatu!
Amajaajni keessan -habaqii haa taatu!
.
Akka laga Abbayyaa -guutaa dambali'aa
Fagaadhaa qaari'aa -lafa yaaddan ga'aa
.
Halaalaa mul'adhaa -akka urjii gaalessaa
Isiniif haa laatu -umrii harraagessaa!



Woluman Urgesa
Feb 21/2024

Oofan (Sirna boo'ichaa)

Oofan: Sirna boo'icha hawaasa Oromoo dhiichisaan dabaalame Madda suuraa, Olaanii Ita'aa Oofaniin aadaa sirna boo’ichaa giddugala Oro...

popular posts