12/27/2023

For people who make too many promises

Amazing creative!

Don't make too many promises, coz too much saying 'Yes' means saying 'No' in itself.

yes yes yes yesyes
yesyes yes yes yes
yes yes yes yes yes
yes yesyes yes yes
yes yesye yes yes
yes yes yesyes

For people who make too many promises




12/07/2023

Humna Jaalala Dhugaa

Humna Jaalala Dhugaa ❤️

"Haati manaa kee erga duutee waggaa 15 ta'eera, Ati garuu hanga ammaa dubartii biraa hin fuudhin jirta. Maaliif hin fuutuu?" Jedhamee gaafatame. Innis," nama akka ishee hin arganne, hin jirus," jedhee deebiseef. Ammas " Maali akkamitti namni dhabamaa Dubartiin guutteemi!" jedhamnaan...

Mee yeroo tokko waan isheen jetten siif hima... Wal dhabnee itti aaren, 'sin barbaadu kan Kee na ga'ee narraa gara maatii keetti deebi'in' jedheenin, "tole" jettee deemtee.. achumaan. "Torban tokko booda baayyeen ishee yaade! Ishee fiduuf murteesseen gara mana maatii ishee dhaqe! Balbala rurukkute Kan naaf bante isheedha!"
Yommuus...
Utaaltee morma kootti maramuun na hammachaa gurra kootti hasaasaa " Abbaan manaakoo hojiif lafa fagoo deemera, hanga inni deebi'utti carraa kanatti fayyadameen isin gaafachuu dhufe" jedheenin jira waan ta'eef maatii kootti homaa hin dubbatiin" naan jette. Qalbifattanii, Lamaanuu rakkina yerootiin sakaalamanii jaalalarraa adda hin kunne. Innis "aariikoo sababa godhattee na dhiistee deemte" hin jenne. Isheenis " har'a jaalalli dhumnaan na ari'e" jettee icciitii mana isaanii qilleensaaf hin kennine. Jaalalli dhugaan akkana.






So funny

 What a meme?

popular posts