6/10/2024

Abboommiiwwan Kurnan

 Abboommiiwwan Kurnan Amantaa Kiristaanummaa

๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ 

1. Ana malee waaqa biroo hin waaqessin

2. Maqaa Waaqayyoo garmalee hin waamin

3. Guyyaa Sanbataa Kabaji

4. Abbaaf haadha kee kabaji

5. Hin Ajjeesin

6. Hin Sagaagalin

7. Hin hatin

8. Namarratti soba ragaa hin bahin

9. Maallaqa namaa hin hawwin

10. Nama akka mataa keetii jaaladhu 

No comments:

Post a Comment

I need your suggestion

KeepGoing Forward...

I almost didn’t post this. But here it is… I’m not where I want to be yet. But I’m no longer where I used to be. Every day I’m: • Learnin...

popular posts